Waajjirri Maallaqaa Bulchinsa Magaalaa Bishooftuu Dhiheessitoota Eeyyama Daldalaa Seeraqabeessa Qaban Caalbaasiidhaan Waldorgomsiisee Meeshaalee “Electronics” Addaddaa Wiirtuu Tajaajila Iddoo Tokkoo Kutaa Magaalaa Duukamiif Bituu Barbaada. Dorgomaan Caalbaasicha Irratti Hirmaachuuf Fedhii Qabu Ulaagaa Armaan Gadii Fi Qajeeltoowwan Dorgomtootaa Irratti Kaa’amu Guutachuudhaan Dorgomuu Danda’a