Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Reporter(Feb 22, 2026) INVITATION TO RE-BID NATIONAL COMPETITIVE BIDDING BID REFERENCE No. WB/SCM/0007/26 Wegagen Bank S.C invites Sealed Bids from Eligible & qualified bidders for the following item. S/No Item

Wegagen Bank S.C Invites Sealed Bids from Eligible & Qualified Bidders for the 8GB DDR4 RAM

Reporter(Feb 22, 2026) የጨረታ ሠነድ ድርጅታችን ግዮን ጋዝ ኃላ/የተ/የግ/ማህበር የተለያዩ ያገለገሉ ተሸከርካሪዎች የመኪና መለዋወጫዎች ያገለገሉ ብረታ ብረቶች፣ አሮጌ የሲሊንደር ቫልቮች  እና አገልግሎት የማይሰጡ ካርቶን አወዳድሮ በጨረታ ለመሽጥ ይፈልጋል። በጨረታ ሽያጭ ለመወዳደር የሚፈልግ

ግዮን ጋዝ ኃላ/የተ/የግ/ማህበር የተለያዩ ያገለገሉ ተሽከርካሪዎች፣ የመኪና መለዋወጫዎች፣ ያገለገሉ ብረታ ብረቶች፣ አሮጌ የሲሊንደር ቫልቮች እና አገልግሎት የማይሰጡ ካርቶን አወዳድሮ በጨረታ ለመሸጥ ይፈልጋል

Reporter(Feb 22, 2026) INVITATION TO BID (ITB) NATIONAL COMPETITIVE BIDDING (NCB) PROCUREMENT REFERENCE NUMBER AB-27/2025/26. 1. Awash Bank invites sealed bids from interested bidders for goods & services listed hereunder.

Awash Bank Invites Sealed Bids from Interested Bidders for Goods & Services

Reporter(Feb 22, 2026) የሐራጅ ማስታወቂያ አንበሳ ኢንተርናሽናል ባንክ አ.ማ. በአዋጅ ቁጥር 97/1990 እና 216/1992 እንዲሁም በአዋጅ ቁጥር 1147/2012 በተሰጠው ስልጣን መሰረት በሰንጠረዡ ላይ የተዘረዘሩትን ንብረቶች በግልፅ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል።

አንበሳ ኢንተርናሽናል ባንክ አ.ማ. የመኖሪያ ቤት በግልፅ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban Manneen Hojii Mootummaa Aanaa Keessatti Argamaniif meeshaalee Adda Addaa Caalbaasii Ifaatiin Wal- Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban manneen hojii mootummaa Aanaa keessatti argamaniif  Meeshaalee Barreessaa 

M/M/Ol/Godina Gujii Lixaa Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada

Caalbaasii Marsaa 1ffaa M/A/Mirgaa Aadde Taayyechi Bitewullinyiifi M/A/Idaa Obbo Mallichaa Mi’eessaa gidduu falmii raawwii jiruuf manni jireenyaa qabeenyummaansaa kan raawwiin

Godina Booranaa Wajjiraa Mallaqaa Aanaa Dirree Waajjiralee Isaa Jala Jiraniif Bara Bajataa 2017 Kana Ooluu Bittaa Uffata Seeraa Hojjatootaa, Meeshaalee Barreeffama, Meeshaalee Qulqullinna, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Dhumaata, Meeshaalee Dhaabbataa (Elektironsii), Farnicherii, Gommaa Konkolaata, Motorisaayikilii(doqidoqee) Fi Kan Kana Fakkatan Caalbaasii Ifaattin Dorgomsiisee Bittu Barbaada.

Godina Gujii Bahaa Waajjirri Maallaqaa Aanaa Aagaa Waayyuu Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Keessatti Argamaniif, Bittaa Uffata Seeraa, Meeshaalee Eelektirooniksii, Meeshaalee Qulqulleessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhaabbii (furniture) Fi, Korboo Konkolaataa Bara Baajataa 2017tiif Caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaada.

Godina Baalee Aanaa Gurraa Dhaamoleettii Waajjiirri Mallaqaa Aanaa Gurraa Dhaamolee Seektaroota Aanaa Isaa Jala Jiraniif Bara Baajataa 2017f Kan Oolu Meeshaalee Garagaraa Caalbaasii Ifaan Wal- Dorgomisiisee Bituu Barbaada

Godina Shawaa Kibba Lixaatti Manni Murtii Aanaa Walisoo Bittaa Meeshaalee Garagara Kan Akka Uffata Dambii Hojjatootaa, Meeshalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhuumaa Fi Meeshaalee Dhaabbataa Garagaraa Caalbaasii Ifaa Tiin Wal Dorgomsiisee Bitachuuf Dhiheessitootaf Waamicha Taasisee Jira

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Oddoo Shaakkisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Biiroo Keessa, Bittaa Korboo Konkoolaataa, Uffata Seera Hojjata, Elekitirooniksii Fi Furniture Bara Bajaata 2017tiif Caal-baasii Ifaatiin Waldorgomsisee Bituu Barbada

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Fi Motorsaayikiloota Gosa Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo/Godinaa/Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caalbaasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Abuunaa Gindabarat Hojii Seekteroota Aanaa Bara Baajataa 2017tiif Kan Oolu Uffata Seeraa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqillinaa, Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessaa,Doqdoqqeewwan (Motorsaayikiloota) Gosa Adda Addaa, Gommaawwan Konkolaataa Fi Meeshaalee Ijaarsaa Gosa Adda Addaa Labsii Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 157/2002 Fi Qajeelfama Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 02/2004 Irratti Hundaa’uudhaan Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barabaada