Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Addis Zemen (Aug 10, 2026) በጉምሩክ ኮሚሽን አ.አ ቃሊቲ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት የተያዙና የተወረሱ ልዩልዩ ዕቃዎች ሽያጭ ማስታወቂያ ቁጥር 05/2019 በአዲስ አበባ ቃሊቲ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት የተተው፣ የተወረሱ እና በኮንትሮባንድ ተይዘው የሚገኙ

በአዲስ አበባ ቃሊቲ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት የተተው፣ የተወረሱ እና በኮንትሮባንድ ተይዘው የሚገኙ የተለያዩ ንብረቶችን በግልፅ ጨረታ ባሉበት ሁኔታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen (Aug 10, 2026) የጨረታ ሽያጭ ማስታወቂያ  ቁጥር 45/2018 በኢትዮጵያ ጉምሩክ ኮሚሽን የሞያሌ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በቅ/ጽ/ቤቱ እና በስሩ የሚገኙ መ/ ጣቢያዎች ተይዘው እና ተወርሰው የሚገኙ የሞተር ሳይክል እና የተሸከሪካሪ

በኢትዮጵያ ጉምሩክ ኮሚሽን የሞያሌ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በቅ/ጽ/ቤቱ እና በስሩ የሚገኙ መ/ጣቢያዎች ተይዘው እና ተወርሰው የሚገኙ ዕቃዎች መኪናን ጨምሮ በግልጽ እና በሃራጅ ጨረታ ተጫራቾችን አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen (Aug 10, 2026)  የመጀመሪያ ሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ፤ የኢትዮጵያ ልማት ባንክ ባህርዳር ዲስትሪክት በሊዝ ፋይናንሲንግ ለአቶ ግርማ እርቀየሱስ የሰጠው የእንስሳት መኖ ማቀነባበሪያ ማሽነሪዎች ተከራዩ የኪራይ ክፍያውን በካፒታል እቃ ዱቤ

የኢትዮጵያ ልማት ባንክ ባህርዳር ዲስትሪክት የተለያዩ እቃዎችን በሐራጅ መሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen (Aug 10, 2026) ድጋሜ የወጣ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የፍ/ባለሙበት ሰናይ ዘሪሁን እና ዩፍ ባለዕዳ አል አሰብ ጀኔራል ትሬዲንግ እና ኮንስትራክሽን መካከል ስላለው የፍርድ አፈጻጸም ጉዳይ የፌደራል መጀመሪያ ደረጃ

የተሽከርካሪ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

Waajjira Maallaqaa Aanaa Abbaa Gadaa Meeshaalee Adaadaa Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk. 01/2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Suluultaatti kan argamu Aanaa Abbaa

Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif,Bittaa Meeshaalee Adaadaa Bituu Barbada.

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk-WMAN-CI-01-19 Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee Irraa K/M 185 Magaala Godinaa(Amboo) Irraa K/M 70 Fagaattee Kan Argamtu Yoo Ta’u Sekteroota Aanicha Keessatti Argamaniif Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.

Biiroo Kominikeeshiini Oromiyaa Eshaa Elektronksii Hojii Midiyaatifi Caalbaasii Ifaatiin Wal-dogomsiifnee Bituu Waan Barbadaa

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara Baajata 2019 Biiroon Kominikeeshin Oromiyaa Baajata Bara 2019 Tajaajila Biirootif kan

Waajjira Bulchinsaa A/EjereeGamoo Abbaaa Darbii Afurii (G+4) Magaalaa Ejeree Keessatti Dorgomtoota Ulaagaa Gutaan Wal- Dorgomsiisee Hojjachiisuu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Lakk.1ffaa Godina Shawaa Lixatti, Aanaan Ejeree Waajjira Bulchinsaa Aanichaa, Gamoo Abbaaa Darbii Afurii

Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa Nyaata Barattootaa Manneen Barnoota Aanoota Adda Addaa Godina Harargee Bahaatiif Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada. Kanaafuu Dorgomtoonni Ulaagaalee Armaan Gadii Kana Guuttan Caalbaasicha Irratti Akka Hirmaattan Afeeram- Tanii Jirtu

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif,meeshaalee Adaadaa Bituu Barbada.

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa bahe Lakk-WMAW-CI-01- Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha keessatti argaamanif,

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Bittaa Meeshaalee Garaa Garaa Bituu Barbaadaa

Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa baara baajataa 2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa

Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa Herrega Isaa Bara Bajataa 2018 Naga’ee Galii Paadii 3 (sadii), Kan Baasii Paadii 4 (afur), Odiitara Beekamtii Qabuun Hojjachiisuu Barbaada

BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa  Caalbaasii Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa herrega isaa bara bajataa 2018 naga’ee galii paadii 3