Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Reporter(Oct 05, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Wegagen Bank S.CINVITATION TO RE-BIDNATIONAL COMPETITIVE BIDDINGBID REFERENCE No. WB/SCM/032/25 Wegagen Bank S.C invites eligible and

Wegagen Bank S.C Invites Eligible and Qualified Bidders for the Procurement of the Different Items

Addis Zemen(Oct 05, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። በድጋሚ የወጣ ግልፅ የጨረታ ማስታወቂያ የደ/ብርሃን እንጨት ማቀነባበሪያ ኃ/የተ/የግል ለግንባታ መስሪያ እና ለፈርኒቸር የሚሆን ጥራት

የደ/ብርሃን እንጨት ማቀነባበሪያ ኃ/የተ/የግል ለምርት ግብዓት የሚሆን 120 ቶን ግሉ ፓውደር /Urea Formaldehyde Powder Resin Glue/ በዘርፉ ከተሰማሩ ድርጅቶች በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ ለመግዛት ይፈልጋል

Addis Zemen(Oct 05, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ የሐራጅ ማስታወቂያ ቁጥር አማራ ባንክ/29/2018 አማራ ባንክ አ.ማ በአዋጅ ቁጥር 97/90 እና

አማራ ባንክ አ.ማ ንብረት በግልጽ የሐራጅ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen(Oct 05, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። የተተውና የተወረሱ ዕቃዎች ሽያጭ የጨረታ ማስታወቂያ የጨረታ ቁጥር-12/2018 የሐዋሳ ጉምሩክ ኮሚሽን ቅ/ጽ/ቤት በሀዋሳ ማዕከላዊ መጋዘን

የሐዋሳ ጉምሩክ ኮሚሽን ቅ/ጽ/ቤት በሀዋሳ ማዕከላዊ መጋዘን የሚገኙ የተተውና የተወረሱ ዕቃዎችን በግልፅ እና በሀራጅ ጨረታ ባሉበት ሁኔታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

Ministry of Tourism Invites Eligible Bidders for the Procurement of Laptop Keyboard

Invitation for Bid PROCUREMENT OF LAPTOP KEYBOARD Lot Information Procurement Reference Number: MoT-NCB-G-0245-2016-PUR Object of Procurement: PROCUREMENT OF LAPTOP KEYBOARD

Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban Manneen Hojii Mootummaa Aanaa Keessatti Argamaniif meeshaalee Adda Addaa Caalbaasii Ifaatiin Wal- Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban manneen hojii mootummaa Aanaa keessatti argamaniif  Meeshaalee Barreessaa 

M/M/Ol/Godina Gujii Lixaa Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada

Caalbaasii Marsaa 1ffaa M/A/Mirgaa Aadde Taayyechi Bitewullinyiifi M/A/Idaa Obbo Mallichaa Mi’eessaa gidduu falmii raawwii jiruuf manni jireenyaa qabeenyummaansaa kan raawwiin

Godina Booranaa Wajjiraa Mallaqaa Aanaa Dirree Waajjiralee Isaa Jala Jiraniif Bara Bajataa 2017 Kana Ooluu Bittaa Uffata Seeraa Hojjatootaa, Meeshaalee Barreeffama, Meeshaalee Qulqullinna, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Dhumaata, Meeshaalee Dhaabbataa (Elektironsii), Farnicherii, Gommaa Konkolaata, Motorisaayikilii(doqidoqee) Fi Kan Kana Fakkatan Caalbaasii Ifaattin Dorgomsiisee Bittu Barbaada.

Godina Gujii Bahaa Waajjirri Maallaqaa Aanaa Aagaa Waayyuu Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Keessatti Argamaniif, Bittaa Uffata Seeraa, Meeshaalee Eelektirooniksii, Meeshaalee Qulqulleessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhaabbii (furniture) Fi, Korboo Konkolaataa Bara Baajataa 2017tiif Caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaada.

Godina Baalee Aanaa Gurraa Dhaamoleettii Waajjiirri Mallaqaa Aanaa Gurraa Dhaamolee Seektaroota Aanaa Isaa Jala Jiraniif Bara Baajataa 2017f Kan Oolu Meeshaalee Garagaraa Caalbaasii Ifaan Wal- Dorgomisiisee Bituu Barbaada

Godina Shawaa Kibba Lixaatti Manni Murtii Aanaa Walisoo Bittaa Meeshaalee Garagara Kan Akka Uffata Dambii Hojjatootaa, Meeshalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhuumaa Fi Meeshaalee Dhaabbataa Garagaraa Caalbaasii Ifaa Tiin Wal Dorgomsiisee Bitachuuf Dhiheessitootaf Waamicha Taasisee Jira

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Oddoo Shaakkisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Biiroo Keessa, Bittaa Korboo Konkoolaataa, Uffata Seera Hojjata, Elekitirooniksii Fi Furniture Bara Bajaata 2017tiif Caal-baasii Ifaatiin Waldorgomsisee Bituu Barbada

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Fi Motorsaayikiloota Gosa Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo/Godinaa/Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caalbaasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada