Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Be’kur(Sep 29, 2025) ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.  ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ ግልጽ የጨረታ ማስታወቂያ በአዊ አስተዳደር ዞን የሚገኘው አድማስ ሁለ/የገበ/የኀ/ሥራ ማህበራት ዩኒየን ኃ.የተ

በአዊ አስተዳደር ዞን የሚገኘው አድማስ ሁለ/የገበ/የኀ/ሥራ ማህበራት ዩኒየን ኃ.የተ ለዩኒዬኑ ምርት እና ግብዓት ለማጓጓዝ አገልግሎት የሚውሉ 2 ሲኖትራክ ገልባጭ መኪኖችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መግዛት ይፈልጋል

Reporter(Oct 01, 2025) ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.  የሐራጅ ማስታወቂያ ስኬት ባንክ አ.ማ (የቀድሞ አዲስ የብድርና ቁጠባ ተቋም አ.ማ) ስማቸው ከዚህ በታች የተጠቀሱት

ስኬት ባንክ አ.ማ (የቀድሞ አዲስ የብድርና ቁጠባ ተቋም አ.ማ) በዋስትናነት የተያዙ ተሽከርካሪዎች እና አክሲዮን በግልጽ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Reporter(Oct 01, 2025) Invitation to Bid for Construction of Health Centers in Amhara Region,  West Gonder Zone, Metema, Aftit refugee site. Re-Bid No: MTI/005/2025 Medical Teams International (MTI) is a

Medical Teams International (MTI) is Looking for a Contractor to Construct a Health Center Blocks in Metema, Aftit Refugee Site in West Gonder Zone of the Amhara Regions

በኢ.ፌ.ዲ.ሪ ጉምሩክ ኮሚሽን የጋላፊ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት በህገ ወጥ መንገድ ሲንቀሳቀሱ ተይዘው የተወረሱ የተለያዩ የጽዳት እቃዎች፣ ልዩ ልዩ እቃዎች፣ ስፔርፓርት እቃዎች፣ ምግብና መጠጥ፣ ኮስሞቲክስ ዕቃዎች፣ አልባሳት እቃዎች እና ኤሌክትሮንክስ እቃዎች በሐራጅ ጨረታ ሽያጭ ማስታወቂያ ጨ.ቁ 04/2018 ዓ.ም እቃዎቹን ባሉበት ሁኔታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

Godina Shawaa Kaabaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaan Muloo Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Keessatti Argamaniif Meeshaalee Barreeffamaa, Uffata Danbii, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektiroonicksii Fi Meeshaalee Dhaabbii Biiroo Keessaa Bara Baajataa 2017tiif Caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiifnee Bituu Waan Barbaada

Oromia Construction Corporation Would Like to Extend of Bid Closing Date

INVITATION FOR BID EXTENSION OF BID CLOSING DATE Further to the notice in The Ethiopian Herald dated 17 July 2024

Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanas Ejeree Bara Baajata Meeshaalee Barressa, Qulqullinaa, Elektrooniksii, Meeshaalee Dhabbii Biiroo Keessaa, Uffata Seeraa Hojjeettoota Fi Gommaa Konkoolaata Fi Doqdoqqee Labsii Bittaa Motummaa Naannoo Oromiyaa

M/M/O/G/Shawaa Bahaa Konkolaataa Gurguruu Barbaada

Caalbaasii M/A/Mirgaa Obbo Toomaas Akiliiluu fi M/A/ Idaa Aadde Hiwoot Afawarqi jidduu falmii raawwachiisa jiru ilaalchisee Konkolaataa ISZUU Lakk, Gabatee

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Meeshaalee Gosa Adda Addaa Tajaajilaan Alaa Qabeenyummaan Isaa Biiroo Fayyaa Fi Biiroo Pablik Sarvisii Fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Ta’e Haala Irra Jiruun Caal-baasii Ifaadhan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Dhaabbii Akkasumas Doqdoqqee (Motersaaykiloota),Gommaa Konkolaataa Fi Doqdoqqee Lapsii Bittaa Mootummaa Lakka 157/2002 Ba’e Bu’uura Godhachuudhaan Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada.

Waldaan Aksiyoona Qusannoo Fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Bu’uura Aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 Fi 1147/2011tiin Kennameefiin Mana Jireenyaa Caalbaasii Ifaan Gurguruu Barbaada

Caalbaasii Waldaan Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu’uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti

Waajjirri Maallaqaa Aanaa M/Roobii Bara Baajataa 2017 Keessa Seektaroota Aanaa Keessa Jiraniif Uffata Seeraa Hojjettootaa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Barnootaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Adda Addaa Fi Kitaabolee, Meeshaalee Haaromsaa, Meeshaalee Dhaabbii Biiroo, Goommaa Konkolaata, Meshalee Haaromsaa Konkolaataa Fi Baatirii Konkolaataa Dhiyeessitoota Wal-dorgomsiisee Caalbaasii Ifaadhaan Bituu Barbaada

Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Meettaa Walqixxee Uffata Seeraa Hojjettootaa, Meeshaalee Dhumeeyyii Waajjiraa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii(furniture) Waajjiraa Fi Elektirooniksii, Fi Gommaa Konkolaataa Akkaata Labsii 157/2002 Fi Qajeelfama Bittaa Bara 2004 Bahee Irratti Hundaa’un Dhiyeessitoota Waldorgomsiisee Caalbaasii Ifaatiin Bituu Barbaada