Re-Invitation Tenders in 2021
2merkato.com (Sep 02, 2026) በድጋሚ የወጣ የተረፈ ምርት ሽያጭ ጨረታ ማስታወቂያ የአዲስ አበባ ቄራዎች ድርጅት ከመስከረም 01 ቀን 2018ዓ.ም እስከ መስከረም 30 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ የሚያመርተውን ለሳሙና መስሪያ ግብዓት የሚሆነውን
የአዲስ አበባ ቄራዎች ድርጅት ከመስከረም 01 ቀን 2018 ዓ.ም. እስከ መስከረም 30 ቀን 2018 ዓ.ም. ድረስ የሚያመርተውን ለሳሙና መስሪያ ግብዓት የሚሆነውን የተነጠረ ሞራ በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል
Addis Zemen (Sep 02, 2026) ለመጀመሪያ ጊዜ የወጣ የሐራጅ ማስታወቂያየሐራጅ ቁጥር ዳባ/0035/26 ዳሸን ባንክ አ.ማ. በአዋጅ ቁጥር 1147/11 በተሰጠው ሥልጣን መሠረት የሚከተለውን የተበዳሪ ወይም አስያዥ ንብረት ባለለበት ሁኔታ በግልጽ ሐራጅ
ዳሸን ባንክ አ.ማ. አዉቶሞቢል በግልጽ ሐራጅ ለመሸጥ ይፈልጋል
Addis Zemen (Sep 02, 2026) ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ የሐራጅ ማስታወቂያ የሐራጅ ቁጥር ዳባ/0034/26 ዳሽን ባንክ በአዋጅ ቁጥር 97/90 በተሰጠው ስልጣን መሠረት የሚከተሉትን ተበዳሪ ወይም አስያዥ ንብረት ባለበት ሁኔታ በሐራጅ ይሸጣል።
ዳሽን ባንክ አ.ማ. ንብረት ባለበት ሁኔታ በሐራጅ ይሸጣል
Addis Zemen (Sep 02, 2026) የብሔራዊ ግልጽ ጨረታ ማስታወቂያበድጋሚ የወጣ የግልጽ ጨረታ ማስታወቂያ ቁጥር፡-ኢፕድ 004/2019 የኢትዮጵያ ፕሬስ ድርጅት በ2019 በጀት ዓመት ከዚህ በታች የተገለጹትን አገልግሎቶች በግልጽ ጨረታ የግዥ ዘዴ አወዳድሮ
የኢትዮጵያ ፕሬስ ድርጅት በ2019 በጀት ዓመት የመኪና ኪራይ፣ የልጆች መጽሔት ህትመት፣ የዳይሬክተሪ ህትመት እንዲሁም የአክለሪክ ፎቶ ህትመት መግዛት ይፈልጋል
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Waajirrii MaallaqDhaabbii, Meeshaalee Elektirooniksii, Goommaa Konkolaata Fi Uffataa Seera Hojjattoota Bara Baajata 2019’f Tajaajilaa Sekteroota Sadarkaa Magaala Jiraniif Barbaachisan Dorgomtoota Ulaaga Guutan Dorgomsiisuun Bituu Barbaadaa Magaala Mooyyalee Meeshaalee
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Waajirrii Maallaqa Magaala Mooyyalee Meeshaalee Dhumeeyyii Biiroo Keessaa Meeshaalee Dhaabbii, Meeshaalee Elektirooniksii, Goommaa
Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Bishooftuu Mana Gurguruu Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa Murtii Abbaa Mirgaa Nugusuu Mulugeetaa fi Murtii Abbaa Idaa Gabayyoo Girmaa
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Mana Jireenyaa Gurguruu Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa caalbaasiimentuu, Murtii Abbaa Mirgaa Uqubii Hoteela Abbaa Quubsaafi Murtii Abbaa Idaa 1faa Darajjee Dhaabbataa,
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Mana Luukii 39 Magaalaa Walisoo Ganda Obbii Kojii Keessatti Argamuu Mana Gurguruu Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Murtii Abbaa Mirgaa Badhaasaa Gizaawu fi Murtii Abbaa IdaaWaaqjiraa Waldee jidduu falmii raawwachiisaa
Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee Mana Jireenyaa Gurguruu Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii R/Himataan Obbo Malkaamuu Mootii fi R/Himatamaa Amsaaluu Kumarraa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Fi Motorsaayikiloota Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaa/ Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caal-baasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifan Gurgurtaa Lakk. 01, 2019 Bane Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi
Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee Mana Qorqorroo Gurguruu Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa caalbaasii Murtii Abbaa Mirgaa Samiiraa Asfaawu fi Murtii Abbaa Idaa Aadde Jamiilaa Shantamaa jidduu
Godina Shawaa Kaabaa Bul/Magaala Fiicheetti Waajjira Maallaqaa Bara Baajata 2019 Meeshaalee Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa Godina Shawaa Kaabaa Bul/Magaala Fiicheetti Waajjira Maallaqaa Bara Baajata 2019
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Motorsaayikiloota Fi Mashiini Gosa Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaa/ Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caal-baasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Gurgurtaa Lakk. 02, 2019 bahe Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi