Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Reporter (Apr 19, 2026) ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ የሐራጅ ማስታወቂያ አዲስ ባንክ አ.ማ ለሰጠው ብድር በዋስትና የያዘዉን ተሸከርካሪ በአዋጅ ቁጥር 1147/2011 በተሰጠዉ ስልጣን መሰረት በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ማንኛዉም ተጫራች ሐራጁ

አዲስ ባንክ አ.ማ. ተሽከርካሪ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen (Apr 19, 2026) የመጀመሪያ ዙር የሐራጅ ማስታወቂያ ኢትዮጵያ ልማት ባንክ ሀዋሳ ዲስትሪክት በሊዝ ፋይናንሲንግ ሞዳሊቲ አገልግሎት ግዴታቸውን ካልተወጡ ደንበኛ በአዋጅ ቁጥር 103/1990 እና 807/2005 መሰረት የተረከባቸውንና ከዚህ በታች

የኢትዮጵያ ልማት ባንክ ሀዋሳ ዲስትሪክት የዳቦ መጋገሪያ ማሽነሪዎችና መሳሪያዎች ባሉበት ሁኔታ በሐራጅ መሸጥ ይፈልጋል

Addis Zemen (Apr 19, 2026) ድጋሚ የወጣ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የፍ/ባለመብት ንስር ማይክሮ ኢንስቲትየሽን ኢማ እና በፍ/ባለዕዳ ኢፌድሪ ጉምሩክ ኮሚሽን መካከል ስላለው የፍርድ አፈጻጸም ጉዳይ የፌደራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት በመ/ቁጥር

ድጋሚ የወጣ የተሽከርካሪ ሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ

Reporter (Apr 19, 2026) የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ አቢሲንያ ባንክ /አማ/ የስጠው ብድር ባለመከፈሉ በአዋጅ ቁጥር 97/90 (እንደተሻሻለው) 216/92 መሠረት በእዳ ማካካሻት የወረሳቸውን ንብረቶች ባሉበት ሁኔታ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል::

አቢሲንያ ባንክ /አ.ማ/ ንብረቶች ባሉበት ሁኔታ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Motorsaayikiloota Fi Mashiini Gosa Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaa/ Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caal-baasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada.

Waajjira Maallaqaa Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Midaa Qanyii Bara Baajata 2019 Tiif Baajata I Meeshaalee Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Caalbaasii Ifaa Lakk.01/2019 Waajjira Maallaqaa Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Midaa Qanyii bara baajata

Godina Shaawa Lixaatiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Amboo Bara Bajataa 2019 Tiif Kan Ooolu Meeshaalee Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee Lakk 01/2019 Godina Shaawa Lixaatiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Amboo bara

Kibba Lixaa Shawatti Waajjirri M/W/D/A/Ammayyaa Meesha Bittu Barbada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisaa Caalbasii Bittaa Meeshaa Waajjira Marsaa Iffaa Kibba Lixaa Shawatti Waajjirri M/W/D/A/Ammayyaa Seektaroota isaa jala

Godina Shawaa Kibba Lixaatti Mana Murtii Aanaa Walisoo Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa Bara Baajata 2019 Meeshaalee Adadaa Bituu Barbadaa

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Godina Shawaa Kibba Lixaatti Mana Murtii Aanaa Walisoo Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa Bara

Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godinaa Lixaa Shawaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Ada’aa Bargaa Meeshaalee Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksiisa Caalbaasii Lakk 01/2019 Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godinaa Lixaa Shawaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Ada’aa

Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dirree Incinnii Hojii Sektaroota Aanaa Bara 2019 Tiif Kan Oolu Meeshaalee Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk. 01/2019 Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dirree Incinnii hojii sektaroota

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Hawwaa Galaan Bara Baajetaa 2019 Keessatti Baajeta Qabameen Dorgomtoota Seera Qabeessa Ta’an Caal-baasii Ifaadhaan Wal-dorgomsiisee Bittaa Meeshalee Armaan Gadiitti Tarreefaman Raawwachuu Barbaada.

Godina Wallaggaa Lixaatti Aanaa Begii Bara Baajetaa 2019 Tti Waajjiroolee Mootummaa Aanichaa Keessa Jiraniif Caal-baasii Ifaan Dorgomsiisee Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.

Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026) Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019 Godina Wallaggaa Lixaatti Aanaa Begii Bara Baajetaa 2019 tti