Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Addis Zemen (Apr 15, 2026) ለሶስተኛ ጊዜ የወጣ የግልጽ ጨረታ ማስታወቂያ 1. ጅማ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት የተተው፣ የተወረሱ እና በሕገ-ወጥ መንገድ ሲንቀሳቀሱ ተይዘው በጅማ ጉ/ቅ/ጽ/ቤት የሚገኙ የተለያዩ ኤልክትሮኒክስ ነክ/ሞባይሎች/ ኮስሞቲክሶች፣ ጫማ

ጅማ ጉምሩክ ቅ/ጽ/ቤት የተለያዩ ኤልክትሮኒክስ ነክ /ሞባይሎች/፣ ኮስሞቲክሶች፣ ጫማ ነክ፣ እና አልባሳት ነክ እንዲሁም የተለያዩ ዕቃዎች ባሉበት በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Bekur (Apr 13, 2026) ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ ሐራጅ ጨረታ ማስታወቂያ በሰሜን ጎንደር ዞን የጃናሞራ ወረዳ ገንዘብ ጽ/ቤት በ2018 በጀት ዓመት በሴ/መ/ቤቶች እስቶር ውስጥ የሚገኝ 1ኛ አሮጌ የቴዮታ መኪና ጎማ፣ 2ኛ

በሰሜን ጎንደር ዞን የጃናሞራ ወረዳ ገንዘብ ጽህፈት ቤት በ2018 በጀት ዓመት በሴ/መ/ቤቶች እስቶር ውስጥ የሚገኝ አሮጌ የቶዮታ መኪና ጎማ፣ አሮጌ የቶዮታ መኪና ባትሪ እና አሮጌ የብረት በርሚል በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል

Bekur (Apr 13, 2026) ግልጽ የጨረታ ማስታወቂያ በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ማረሚያ ቤቶች ኮሚሽን በ2018 በጀት አመት በግልጽ ጨረታ በድጋሜ የወጣ 1, ዲጅታል ቪዲዮ ካሜራ 2, ኤሌክትሮኒክስ እቃዎች አወዳደሮ መግዛት

በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ማረሚያ ቤቶች ኮሚሽን በ2018 በጀት አመት ዲጅታል ቪዲዮ ካሜራ እና ኤሌክትሮኒክስ እቃዎች አወዳደሮ መግዛት ይፈልጋል

Bekur (Apr 13, 2026) በድጋሚ የወጣ የሐራጅ የጨረታ ማስታወቂያ በአፈ/ከሳሽ ተስፋለም ባዩ ደሴ ፣ጠበቃ ገረመው ምስጋናው እና በአፈ/ተከሳሽ መኮነን መስፍን አበበ መካከል ስላለው የአፈጻጸም ክስ ክርክር ጉዳይ ፤ንብረትነቱ የአፈጻጸም ተከሳሽ

የቡሬ ከተማ ወረዳ ፍ/ቤት የቤት የሐራጅ የጨረታ ማስታወቂያ አውጥቷል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

በአዲስ ከተማ ክፍለ ከተማ ወረዳ 14 ትምህርት ጽ/ቤት ፊታውራሪ ሀብተ ጊዮርጊስ ቁ.1 ቅድመ አንደኛ፣ አንደኛ እና መካከለኛ ደ/ት/ቤት የተለያዩ እቃዎችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መግዛት እና ማሰራት ይፈልጋል

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Sh/Lixaatti Waajjrri Mallaqaa Aanaa Calliyaa Bara Bajataa 2019 Tiif Kan Oolu Meeshaalee Uffata Seeraa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa Meeshaalee Biiroo Keessaa,Meeshaalee Dhaabbii Fi Eleekitrooniksii Adda Addaa, Meeshaalee Leenjii Teekinikaa Fi Ogummaa KPTG, Gommaa Konkolaataa Fi Motoraa Caalbaasii Ifaan Dorgomsisee Bituu Barbaada

Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- Boo Goal FIFA Bara Baajata 2019ttii Nyaataa Bilchaataa Gosaa Adda Addaa Bituu Barbaada

Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Nyaata Bilchaa- ta Leenjitoota Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- boo

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kolooboo Fin- Finnee Irraa KM 19 Irratti Fagaattee Kan Argamtu Yoo Ta’u Bara Baajataa 2019tti Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.

Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Waajji- Ra Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee Bara Bajataa 2019tti Meeshaalee Barruu, Faarniichara Fi Elektiroon- Iksii Taajajila Hojii Mootummaatif Oolu Bituu Waan Bar- Baanneef Dorgomtonni Ulaagaa Armaan Gaditti Tarreef- Aman Guuttan Dorgomuu Kan Dandessan Ta’uu Isaa Ni Hubachiifna.

Naannoo Oromiyaa Godina Boorana Bahaatt Kan Argamu Manni Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Nageellee Bara Baajata 2019tti Baajata Idilee Moo- Tummaa Isaaf Ramadameefi Baajeta Galii Keessoo Irraa Meeshaalee Dhumaa Barnootaa, Meeshaalee Qulqulli- Naa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhaabbii Eleektirooniksiifi Meeshaalce Farnichaaraa/furnitures/, Maashina Midhaan Daaku, Maashina Daabboo Bilcheessu, Motora Doqdoqqee, Meeshaalee Ispoortiifi Huccuu Ispoortii Galtee Nyaata Barattoota Adda Addaa, Dhiyeessii Loon Foonii(qalmaa), Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa, Meeshaalee Jijjirraa Konkoolaataa, Uffata Seeraa/dambiifi Nyaata Beelladootaa, Caalbaasii Ifaadhaan Waldorgomsiisee Bituu Barbaada.

Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Aa- Naa Annaa Sorraatti Waajjira Maallaqa Aanaa A/A/Sor- Raa Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Kees- Satti Argamaniif Bara Baajata 2019tiif Wol-Dorgomisiisee Bituu Ni Bar- Baada.

Godina Baalee Bahattii Wajjirri Mallaqaa Aanaa Gololchaa Manneen Hojii Motummaatif Bajata Bara 2019 Tin Meshalee Dhabbii Fi Dhumataa Wajjiraalee Motummaa Fi Gandootaf Calbasiin Ifaan Bitee Dhiyessuu Barbaada

Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii IfaBittaa Meeshaalee Bar 2019 Godina Baalee Bahattii Wajjirri Mallaqaa Aanaa Gololchaa manneen hojii

Waajjira Mallaaqaa Godina Baaleetti Waajjirri Mallaqaa Aanaa Diinshoo Bara Baajataa 2019f Meeshaalee Taajaajila Garagaraatiif Kan Oolan Akkaatuma Armaan Gaditti Tarrefamaniin Jechuun Meeshaalee Barreefamaa, Uffata Danbii, Meeshaalee Dhumataa, Meeshaalee Qulqullinna Meeshaalee Elekirooniksii Addad Addaa Fi Farnicharoota Garagaraa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada.