Re-Invitation Tenders in 2021
Reporter (May 13, 2026) የሐራጅ ማስታወቂያ ቁጥር አማራ ባንክ 37/2018 አማራ ባንክ አ.ማ በአዋጅ ቁጥር 97/90 እና 216/92 በተሰጠው ስልጣን መሠረት ከዚህ ቀጥሎ የቀረበውን ንብረት በግልጽ የሐራጅ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ
አማራ ባንክ አ.ማ በግልጽ የሐራጅ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
Addis Zemen (May 13, 2026) የጨረታ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ አየር መንገድ ግሩፕ ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን ዕቃዎች ባሉበት ሁኔታ በጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል ተ.ቁ አገልግሎት ላይ የዋሉ የዕቃ አይነቶች መለኪያ የጨረታ ማስከበሪያ
የኢትዮጵያ አየር መንገድ ግሩፕ የተለያዩ አገልግሎት ላይ የዋሉ ዕቃዎችን ባሉበት ሁኔታ በጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል
Government (May 13, 2026) የመንግስት ግዢ ጨረታ ሲያወጡ ቀኑን ስለሚቀያይሩት በየጊዜው ማየት እንዳትረሱ ቀኑ ቢቀየር ሃላፊነት አንወስድም! https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/88567c1c-48c7-44de-b193-b684ad8e6aef/open Invitation to Bid Procurement of Spare Parts Procurement Reference No: MoR-NCB-G-0371-2018-BID-Open-Re-bidProcurement Category: Goods Market
Ministry of Revenue: Procurement of Spare Parts
Government (May 13, 2026) የመንግስት ግዢ ጨረታ ሲያወጡ ቀኑን ስለሚቀያይሩት በየጊዜው ማየት እንዳትረሱ ቀኑ ቢቀየር ሃላፊነት አንወስድም! https://production.egp.gov.et/egp/bids/all/tendering/d6c8d5ee-e980-4916-9fa2-b0109e373c02/open Invitation to Bid “Procurement of Electronics Equipment” Procurement Reference No: AU-NCB-G-0036-2018-BID-Open-Re-bidProcurement Category: Goods Market
Ambo University: Procurement of Electronics Equipment
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Waajjira Maallaqaa Aanaa Abbaa Gadaa Meeshaalee Adaadaa Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk. 01/2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Suluultaatti kan argamu Aanaa Abbaa
Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif,Bittaa Meeshaalee Adaadaa Bituu Barbada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk-WMAN-CI-01-19 Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee Irraa K/M 185 Magaala Godinaa(Amboo) Irraa K/M 70 Fagaattee Kan Argamtu Yoo Ta’u Sekteroota Aanicha Keessatti Argamaniif Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee
Biiroo Kominikeeshiini Oromiyaa Eshaa Elektronksii Hojii Midiyaatifi Caalbaasii Ifaatiin Wal-dogomsiifnee Bituu Waan Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara Baajata 2019 Biiroon Kominikeeshin Oromiyaa Baajata Bara 2019 Tajaajila Biirootif kan
Waajjira Bulchinsaa A/EjereeGamoo Abbaaa Darbii Afurii (G+4) Magaalaa Ejeree Keessatti Dorgomtoota Ulaagaa Gutaan Wal- Dorgomsiisee Hojjachiisuu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Lakk.1ffaa Godina Shawaa Lixatti, Aanaan Ejeree Waajjira Bulchinsaa Aanichaa, Gamoo Abbaaa Darbii Afurii
Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa Nyaata Barattootaa Manneen Barnoota Aanoota Adda Addaa Godina Harargee Bahaatiif Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada. Kanaafuu Dorgomtoonni Ulaagaalee Armaan Gadii Kana Guuttan Caalbaasicha Irratti Akka Hirmaattan Afeeram- Tanii Jirtu
BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa CaalbaasiiLakk. 001/2019 Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa nyaata barattootaa Manneen Barnoota Aanoota
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif,meeshaalee Adaadaa Bituu Barbada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa bahe Lakk-WMAW-CI-01- Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha keessatti argaamanif,
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Bittaa Meeshaalee Garaa Garaa Bituu Barbaadaa
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa baara baajataa 2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa
Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa Herrega Isaa Bara Bajataa 2018 Naga’ee Galii Paadii 3 (sadii), Kan Baasii Paadii 4 (afur), Odiitara Beekamtii Qabuun Hojjachiisuu Barbaada
BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa Caalbaasii Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa herrega isaa bara bajataa 2018 naga’ee galii paadii 3