Re-Invitation Tenders in 2021
Reporter (Aug 16, 2026) የሐራጅ ማስታወቂያ ኦሮሚያ ባንክ በአዋጅ ቁጥር 97/90፣ 216/92 እና 1147/2011 በተሰጠው ሥልጣን መሠረት ለሰጠው ብድር በዋስትና የያዘዉን በሰንጠረዡ ላይ የተዘረዘሩትን ንብረቶች ባሉበት በግልጽ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ
ኦሮሚያ ባንክ ንብረቶች ባሉበት በግልጽ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
Addis Zemen (Aug 16, 2026) የጨረታ ሸያጭ ማስታወቂያ ቁጥር 46/2018 በኢትዮጵያ ጉምሩክ ኮሚሽን የሞያሌ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በቅ/ጽ/ቤቱ እና በስሩ የሚገኙ መ/ጣቢያዎች ተይዘው እና ተወርሰው የሚገኙ የሞተር ሳይክል እና የተሽከርካሪ መለዋወጫዎች፣
በኢትዮጵያ ጉምሩክ ኮሚሽን የሞያሌ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በቅ/ጽ/ቤቱ እና በስሩ የሚገኙ መ/ጣቢያዎች ተይዘው እና ተወርሰው የሚገኙ ዕቃዎች በግልጽ እና በሐራጅ ጨረታ ተጫራቾችን አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
Reporter (Aug 16, 2026) በድጋሚ የወጣ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ አቢሲንያ ባንክ /አ.ማ/ ለሰጠው ብድር በዋስትና የያዛቸዉን በሠንጠረዡ ዉስጥ የተመለከቱትን ንብረቶች በአዋጅ ቁጥር 97/90 (እንደተሻሻለው) ለባንኮች በተሰጠው ስልጣን መሠረት ንብረቶቹ ባሉበት
አቢሲንያ ባንክ አ.ማ. ለሰጠው ብድር በዋስትና የያዛቸዉን ንብረቶች ባሉበት ሁኔታ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
Addis Zemen (Aug 16, 2026) በድጋሚ የወጣ የሃራጅ ጨረታ ሽያጭ ማስታወቂያ ቪዥን ፈንድ ማይክሮ ፋይናንስ ተቋም አ.ማ. በአዋጅ በተሰጠው ስልጣን ቀጥሎ የቀረቡትን ንብረቶች በግልጽ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል። ተቁ የተበዳሪዉ
ቪዥን ፈንድ ማይክሮ ፋይናንስ ተቋም አ.ማ. ቤት በግልጽ ሐራጅ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Sh/Lixaatti Waajjrri Mallaqaa Aanaa Calliyaa Bara Bajataa 2019 Tiif Kan Oolu Meeshaalee Uffata Seeraa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa Meeshaalee Biiroo Keessaa,Meeshaalee Dhaabbii Fi Eleekitrooniksii Adda Addaa, Meeshaalee Leenjii Teekinikaa Fi Ogummaa KPTG, Gommaa Konkolaataa Fi Motoraa Caalbaasii Ifaan Dorgomsisee Bituu Barbaada
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Sh/Lixaatti Waajjrri Mallaqaa Aanaa Calliyaa Bara Bajataa 2019 tiif
Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- Boo Goal FIFA Bara Baajata 2019ttii Nyaataa Bilchaataa Gosaa Adda Addaa Bituu Barbaada
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Nyaata Bilchaa- ta Leenjitoota Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- boo
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kolooboo Fin- Finnee Irraa KM 19 Irratti Fagaattee Kan Argamtu Yoo Ta’u Bara Baajataa 2019tti Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Lakk. 01/2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafar- sa Gujeetti Waajjirri Maallaqaa Aanaa
Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Waajji- Ra Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee Bara Bajataa 2019tti Meeshaalee Barruu, Faarniichara Fi Elektiroon- Iksii Taajajila Hojii Mootummaatif Oolu Bituu Waan Bar- Baanneef Dorgomtonni Ulaagaa Armaan Gaditti Tarreef- Aman Guuttan Dorgomuu Kan Dandessan Ta’uu Isaa Ni Hubachiifna.
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffa Bittaa Mee- shaalee Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Waajji- ra Maallaqaa
Naannoo Oromiyaa Godina Boorana Bahaatt Kan Argamu Manni Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Nageellee Bara Baajata 2019tti Baajata Idilee Moo- Tummaa Isaaf Ramadameefi Baajeta Galii Keessoo Irraa Meeshaalee Dhumaa Barnootaa, Meeshaalee Qulqulli- Naa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhaabbii Eleektirooniksiifi Meeshaalce Farnichaaraa/furnitures/, Maashina Midhaan Daaku, Maashina Daabboo Bilcheessu, Motora Doqdoqqee, Meeshaalee Ispoortiifi Huccuu Ispoortii Galtee Nyaata Barattoota Adda Addaa, Dhiyeessii Loon Foonii(qalmaa), Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa, Meeshaalee Jijjirraa Konkoolaataa, Uffata Seeraa/dambiifi Nyaata Beelladootaa, Caalbaasii Ifaadhaan Waldorgomsiisee Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1faa Naannoo Oromiyaa Godina Boorana Bahaatt kan argamu Manni Barnootaa Ifa Boruu
Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Aa- Naa Annaa Sorraatti Waajjira Maallaqa Aanaa A/A/Sor- Raa Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Kees- Satti Argamaniif Bara Baajata 2019tiif Wol-Dorgomisiisee Bituu Ni Bar- Baada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Mee- shaalee Bara 2019 Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Aa- naa
Godina Baalee Bahattii Wajjirri Mallaqaa Aanaa Gololchaa Manneen Hojii Motummaatif Bajata Bara 2019 Tin Meshalee Dhabbii Fi Dhumataa Wajjiraalee Motummaa Fi Gandootaf Calbasiin Ifaan Bitee Dhiyessuu Barbaada
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisa Caalbaasii IfaBittaa Meeshaalee Bar 2019 Godina Baalee Bahattii Wajjirri Mallaqaa Aanaa Gololchaa manneen hojii
Waajjira Mallaaqaa Godina Baaleetti Waajjirri Mallaqaa Aanaa Diinshoo Bara Baajataa 2019f Meeshaalee Taajaajila Garagaraatiif Kan Oolan Akkaatuma Armaan Gaditti Tarrefamaniin Jechuun Meeshaalee Barreefamaa, Uffata Danbii, Meeshaalee Dhumataa, Meeshaalee Qulqullinna Meeshaalee Elekirooniksii Addad Addaa Fi Farnicharoota Garagaraa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026) Beeksisaa Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa Waajjira Mallaaqaa Godina Baaleetti Waajjirri Mallaqaa Aanaa Diinshoo Bara baajataa
The Ethiopian Red Cross Society Somali Regional Branch Invites Eligible Contractors (GC Grade 7, GWWC Grade 7 & Above) for the Supply and Installation of Roof Water Harvesting Systems and River Intake Pumps.
Reporter (Aug 26, 2026) Ref Nog: ERCS-SRB/WRK/0024/26 INVITATION TO BID The Ethiopian Red Cross Society Somali Regional Branch office invites eligible