Re-Invitation Tenders in 2021

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

Addis Zemen(Jan 17, 2026) የጨረታ ማስታወቂያ ድጋሚ የወጣ የጨረታ ቁጥር 3/2018 የሲዳማ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ዋና ኦዲተር መ/ቤት ከዚህ በታች የተዘረዘሩ ዕቃዎች ሕጋዊ ድርጅቶችን አወዳድሮ በግልጽ ጨረታ መግዛት ይፈልጋል። ሎት፡-

የሲዳማ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ዋና ኦዲተር መ/ቤት የኤሌክትሮኒክ ዕቃዎች፣ የደንብ ልብስ አወዳድሮ በግልጽ ጨረታ መግዛት ይፈልጋል

Government(Jan 17, 2026) Please click on this Link in order to Bid on the EGP website https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/purchasing/80f90353-6bb2-428f-9838-14b7776b4541/open Lot Information Procurement Reference Number: WKU-NCB-G-0349-2018-PUR Object of Procurement: ሎት 249 ወተት ፓስቸራይዝድ

የወልቂጤ ዩኒቨርሲቲ ወተት ፓስቸራይዝድ የታሸገ ማማ ተመሳሳይ ግዥ መፈፀም ይፈልጋል

Addis Zemen(Jan 17, 2026) የጨረታ ማስታወቂያ የጋሞ ዞን ፋይናንስና ፕላን መምሪያ ያገለገሉ መኪናዎች፣ ሞተር ሳይከሎች፣  የኤሌክትሮኒክስ ዕቃዎች፣ የተለያዩ የተሽከርካሪ መለዋወጫዎች፣ ቁርጥራጭ ብረታብረት፣ ጠረጴዛዎች፤ ሼልፎች፤ ወንበሮች፣ አሮጌ ጎማዎች እና የተለያዩ ቁሳቁሶችን

የጋሞ ዞን ፋይናንስና ፕላን መምሪያ የተለያዩ ቁሳቁሶችን በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል

Government(Jan 17, 2026) Please click on this Link in order to Bid on the Electronic Government Procurement website https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/169d0528-04fa-43ca-8d7f-b12169076e5f/open Reference Number: ECC-NCB-G-0096-2018-BID-Open-Re-bid Lot Reference: ECC-ABO-NCB-G- 005-2018-BID Procurement Information Procurement Type:

አዋሽ ጉምሩክ ኮሚሽን ቅርንጫፍ ጽ/ቤት የህትመት ዕቃዎች ግዥ መፈፀም ይፈልጋል

Register Now

አሁኑኑ ይመዝገቡ

ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች

አዲስ ብርሃን ቅድመ አንደኛ አንደኛና የመ/ደ/ት/ቤ/ት የተለያዩ ዕቃዎችን በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ በመደበኛ በጀት ለመግዛት ይፈልጋል

የጨረታ‏‎‎‎‏‏‏‏‎‎‏‏‏‎‏‎‏ ማስታወቂያ‏‎‎‎‏‏‏‏‎‎‏‏‏‎‏‎‏ የጨረታ‏‎‎‎‏‏‏‏‎‎‏‏‏‎‏‎‏ ቁጥር 001/2017 አዲስ ብርሃን ቅ/አንደኛ እና የመጀመሪያ ደረጃ ት/ቤት ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን ዕቃዎች በግልፅ ጨረታ‏‎‎‎‏‏‏‏‎‎‏‏‏‎‏‎‏ አወዳድሮ በመደበኛ

Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu Bara Baajaata 2017tiif Kan Oolu Meeshaalee Baarreffaama, Qulqullinaa, Dhaabbi Xixxiqaa, Eleektironiksii, Farnichaara, Uffaataa Seeraa Fi Kan Biroo Bittuu Barbaada

Arsii Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu Bara Baajaata 2017tiif kan oolu Meeshaalee Baarreffaama, Qulqullinaa, Dhaabbi Xixxiqaa, Eleektironiksii, Farnichaara,

Godina Jimmaatii Waajjira Maallaqaa A/L/Saqqaa Meeshaalee Barrefamaa, Eelektrooniiksii, Farniichara, Mootor Saayikilii, Meeshaalee Ijaarsaa, Gommaa Konkolaataa, Fi Uuffata Seeraa Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Caalbaasii Marsaa 1ffaa Godina Jimmaatii Waajjira Maallaqaa A/L/ Saqqaa Meeshaalee Barrefamaa, Eelektrooniiksii, Farniichara, Mootor Saayikilii, Meeshaalee Ijaarsaa, Gommaa Konkolaataa, fi

Godina Baalee Bahaatti Waajjira Mallaqaa Magaalaa Bittaa Uffata Seeraa Hojjattoota, Meeshaalee Barressaa, Meeshaalee Barnootaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Dhumataa, Meeshaalee Dhaabbataa/ Elektirooniksii, Farniichara, Meeshaalee Poolii Teeknikaa ,Gommaa Konkolaataa Fi Gommaa Motoraa, Motorsaaykilii/ Doqdoqqee/, Meeshaalee Ijaarsaa Afataalee Fi Kan Kana Fakkaatan Caalbasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Godina Shawaa Lixaatti, Waajjirri Maallaqaa Aanaa Daannoo Hojii Sektaroota Aanaa Daannootiif Bara Baajataa 2017f Kan Oolu:- Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Eleektirooniksii, Meeshaalee Furniture, Meeshaalee Biiroo Keessaa, Gommaawwan Konkolaataa, Motor Saayikilii Fi Uffata Seeraa Hojjettootaa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Waldaa Aksiyoonaa Gaashaa Faayinaansii Xiqqaa Konkoolaataa Gurguruu Barbaada

Caalbaasii Yeroo 2ffa Waldaa Aksiyoonaa Gaashaa Faayinaansii Xiqqaa Aadde Wayinsheet Gaaddisaa liqii waldaa aksiyoonaa gaashaa kana irraa liqeeffatanii akkaataa waliigalteen

Godina Kibba Lixa Shawaatti Mana Murtii A/Ammayyaa Bara Baajata 2017 Caalbaasii Marsaa 1ffaa Bittaa Huccuu Seeraa, Meeshaalee Dhumeeyyii, Meeshaa Qulqullinaa, Meeshaa Dhaabbii, Meeshaa Elektronikisii Fi Meeshaa IJaarsaa Caalbaasii Ifaa Biyya Keessaa Dorgomsiisee Bituu Barbaada

Waajjiiri Maallaqaa Godina Shawaa Kaabaa Seektaroota Godinicha Jala Jiraniif Bara 2017f Meeshaalee Barrefama, Meeshaalee Eleektiroonkiisii, Meeshaalee Qulqulinaa, Gommaa Konkolataa, Meeshaalee Biroo Keessaa, Fi Meeshaalee Dhabbii (Furniture) Qaama Ulagaalee Dorgomichaa Armaan Gadiitti Jiran Guutuu Danda’an Irraa Caalbaasii Ifaan Wal-dorgomsisee Bituu Barbaada

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kuraa Jiddaa Bara Baajata 2017 Tiif Baajata Idilee, Fi Mana Qopheessaatiif Meeshaalee Barreeffamaa, Uffata Dambii Hojjettootaa Meeshaalee Qulqullinaa Adda Addaa, Hojiilee Maxxansaa Adda Addaa, Meeshaalee Dhaabbii, Fi Meeshaalee Elektirooniksii Adda Addaa, Meeshaalee Ijaarsaa Adda Addaa, Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada