Re-Invitation Tenders in 2021
Government (Jun 19, 2026) የመንግስት ግዢ ጨረታ ሲያወጡ ቀኑን ስለሚቀያይሩት በየጊዜው ማየት እንዳትረሱ ቀኑ ቢቀየር ሃላፊነት አንወስድም! https://production.egp.gov.et/egp/bids/all/tendering/908f1847-5374-41a2-81ec-ff4987bf9f93/open Invitation to Bid Procurement of Office Equipment Procurement Reference No: ECC-NCB-G-0678-2018-BID-OpenProcurement Category:
Dire Dawa Branch Office , Ethiopian Customs Commission: Procurement of Office Equipment
Government (Jun 18, 2026) Please click on this Link in order to Bid on the EGP website https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/purchasing/6201dccb-241d-437e-a140-d7bffc25ab0d/open Lot Information Procurement Reference Number: EAES-NCB-W-0055-2018-PUR Object of Procurement: Procurement of Uniforms
Educational Assessment and Examinations Service፡ Procurement of Uniforms
Government (Jun 18, 2026) Please click on this Link in order to Bid on the Electronic Government Procurement website https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/88bddf3c-01b3-4fda-9984-be6b3e330deb/open Reference Number: MoWE-NCB-G-0005-2018-BID-Open-Re-bid Lot Reference: MoWE-BID-2018 Procurement Information Procurement Type:
Ministry of Water and Energy፡ PR For Supply of Gimbi Town Water Supply Scheme Rehabilitation Electro-Mechanical Equipment
Addis Zemen (Jun 18, 2026) የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አዳማ ዲስትሪከት ለወ/ሮ እመቤት ስዩም ለሰጠው ብድር አመላለስ በመያዣነት የያዛቸውን ከዚህ በታች በሰንጠረዥ የተገለፁትን ንብረቶች በአዋጅ ቁጥር 97/90 በተሻሻለው
የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አዳማ ዲስትሪክት ንብረቶች ባሉበት ሁኔታ በግልፅ ሐራጅ አወዳድሮ በጥሬ ገንዘብ መሸጥ ይፈልጋል
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee Irraa K/M 185 Magaala Godinaa(Amboo) Irraa K/M 70 Fagaattee Kan Argamtu Yoo Ta’u Sekteroota Aanicha Keessatti Argamaniif Meeshaalee Adadaa Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee
Biiroo Kominikeeshiini Oromiyaa Eshaa Elektronksii Hojii Midiyaatifi Caalbaasii Ifaatiin Wal-dogomsiifnee Bituu Waan Barbadaa
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara Baajata 2019 Biiroon Kominikeeshin Oromiyaa Baajata Bara 2019 Tajaajila Biirootif kan
Waajjira Bulchinsaa A/EjereeGamoo Abbaaa Darbii Afurii (G+4) Magaalaa Ejeree Keessatti Dorgomtoota Ulaagaa Gutaan Wal- Dorgomsiisee Hojjachiisuu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Lakk.1ffaa Godina Shawaa Lixatti, Aanaan Ejeree Waajjira Bulchinsaa Aanichaa, Gamoo Abbaaa Darbii Afurii
Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa Nyaata Barattootaa Manneen Barnoota Aanoota Adda Addaa Godina Harargee Bahaatiif Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada. Kanaafuu Dorgomtoonni Ulaagaalee Armaan Gadii Kana Guuttan Caalbaasicha Irratti Akka Hirmaattan Afeeram- Tanii Jirtu
BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa CaalbaasiiLakk. 001/2019 Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa nyaata barattootaa Manneen Barnoota Aanoota
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif,meeshaalee Adaadaa Bituu Barbada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa bahe Lakk-WMAW-CI-01- Waajjirri Maallaqaa Aanaa Walisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha keessatti argaamanif,
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Bittaa Meeshaalee Garaa Garaa Bituu Barbaadaa
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa baara baajataa 2019 Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa
Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa Herrega Isaa Bara Bajataa 2018 Naga’ee Galii Paadii 3 (sadii), Kan Baasii Paadii 4 (afur), Odiitara Beekamtii Qabuun Hojjachiisuu Barbaada
BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa Caalbaasii Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa herrega isaa bara bajataa 2018 naga’ee galii paadii 3
Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Olaanaa Godina Gujiitti Bara Bajaata 2019 Hojii Mootummaatiif Bitta Meeshaalee Dorgomtoota Dorgomsiisee Caal-baasii Ifaatiin Meeshaalee Adaa Adaa Bituu Barbaada.
Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026) Beeksisa Caalbaasii Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Olaanaa Godina Gujiitti bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta
Godina Harargee Bahaatti Waajjimi Maallagaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Meeshaalee Teeknoolojiifi Faarnicharaa Giddugala Tajaajila Wirtuu Tokkoffae MESOB’f Barbaachisu Caalbaasii Ifaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada
BARRIISAA (Sep 06, 2026) Beeksisa Caalbaasii Ifaa Godina Harargee Bahaatti Waajjimi Maallagaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar meeshaalee teeknoolojiifi faarnicharaa Giddugala Tajaajila