Re-Invitation Tenders in 2021
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
የግልጽ ጨረታ ማስታወቂያ የጨረታ ቁጥር 03/2016 ግዥ ፈፃሚው መስሪያ ቤት በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የሰሜን ሸዋ ዞን የአንጐለላና ጠራ ወረዳ ገንዘብ ጽ/ቤት በመደበኛ በጀት መቶ የመኪና ጥገና ስራ በግልጽ ጨረታ
በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የሰሜን ሸዋ ዞን የአንጐለላና ጠራ ወረዳ ገንዘብ ጽ/ቤት በመደበኛ በጀት መቶ የመኪና ጥገና ስራ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ማስጠገን ይፈልጋል
ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ የግልጽ ጨረታ ማስታወቂያ የጨረታ ቁጥር 02/2016 ግዥ ፈፃሚው መስሪያ ቤት በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የሰሜን ሸዋ ዞን የአንጐለላና ጠራ ወረዳ ገንዘብና ጽ/ቤት ለወረዳው እንሰሳት ሃብት ልማት ጽ/ቤት
በአማራ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የሰሜን ሸዋ ዞን የአንጐለላና ጠራ ወረዳ ገንዘብና ጽ/ቤት ለወረዳው እንሰሳት ሃብት ልማት ጽ/ቤት አገልግሎት የሚውሉ የተለያዩ የእንስሳት መድኃኒት እና የህካምና መገልገያ መሳሪያዎችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መግዛት ይፈልጋል
በድጋሚ የወጣ የጨረታ ማስታወቂያ የሽያጭ የጨረታ መለያ ቁጥር 02/አር/ኮ/ 2017 የአርዳይታ ግ/ሙ/ት/ስ/ኮሌጅ በ2015/2016 የምርት ዘመን ያመረተውን ስንዴ እና ገብስ ምርቶችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል፡፡ ስለዚህ በጨረታው ለመሳተፍ የምትፈልጉ ተጫራቾች
የአርዳይታ ግ/ሙ/ት/ስ/ኮሌጅ በ2015/2016 የምርት ዘመን ያመረተውን ስንዴ እና ገብስ ምርቶችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመሸጥ ይፈልጋል
Invitation for Bid Purchase Requisition of Conference Table /በድጋሚ የወጣ/ Lot Information Procurement Reference Number: AmU-NCB-G-0553-2016-PUR Object of Procurement: Purchase Requisition of Conference Table /በድጋሚ የወጣ/ Description: Purchase Requisition of
Arbaminch University Invites Eligible Bidders for the Procurement of Conference Table
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Ministry of Tourism Invites Eligible Bidders for the Procurement of Laptop Keyboard
Invitation for Bid PROCUREMENT OF LAPTOP KEYBOARD Lot Information Procurement Reference Number: MoT-NCB-G-0245-2016-PUR Object of Procurement: PROCUREMENT OF LAPTOP KEYBOARD
Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban Manneen Hojii Mootummaa Aanaa Keessatti Argamaniif meeshaalee Adda Addaa Caalbaasii Ifaatiin Wal- Dorgomsiisee Bituu Barbaada
Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aana Liiban manneen hojii mootummaa Aanaa keessatti argamaniif Meeshaalee Barreessaa
M/M/Ol/Godina Gujii Lixaa Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada
Caalbaasii Marsaa 1ffaa M/A/Mirgaa Aadde Taayyechi Bitewullinyiifi M/A/Idaa Obbo Mallichaa Mi’eessaa gidduu falmii raawwii jiruuf manni jireenyaa qabeenyummaansaa kan raawwiin
Godina Booranaa Wajjiraa Mallaqaa Aanaa Dirree Waajjiralee Isaa Jala Jiraniif Bara Bajataa 2017 Kana Ooluu Bittaa Uffata Seeraa Hojjatootaa, Meeshaalee Barreeffama, Meeshaalee Qulqullinna, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Dhumaata, Meeshaalee Dhaabbataa (Elektironsii), Farnicherii, Gommaa Konkolaata, Motorisaayikilii(doqidoqee) Fi Kan Kana Fakkatan Caalbaasii Ifaattin Dorgomsiisee Bittu Barbaada.
BooranaCaalbaasii Marsaa 1ffaa Godina Booranaa Wajjiraa Mallaqaa Aanaa Dirree Waajjiralee isaa jala jiraniif bara bajataa 2017 kana ooluu bittaa uffata
Godina Gujii Bahaa Waajjirri Maallaqaa Aanaa Aagaa Waayyuu Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Keessatti Argamaniif, Bittaa Uffata Seeraa, Meeshaalee Eelektirooniksii, Meeshaalee Qulqulleessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhaabbii (furniture) Fi, Korboo Konkolaataa Bara Baajataa 2017tiif Caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaada.
Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa Bahe Godina Gujii Bahaa Waajjirri Maallaqaa Aanaa Aagaa waayyuu manneen hojii Mootummaa Aanichaa keessatti argamaniif
Godina Baalee Aanaa Gurraa Dhaamoleettii Waajjiirri Mallaqaa Aanaa Gurraa Dhaamolee Seektaroota Aanaa Isaa Jala Jiraniif Bara Baajataa 2017f Kan Oolu Meeshaalee Garagaraa Caalbaasii Ifaan Wal- Dorgomisiisee Bituu Barbaada
Caalbaasii Ifan Bittaa Meeshaalee Godina Baalee Aanaa Gurraa Dhaamoleettii Waajjiirri Mallaqaa Aanaa Gurraa Dhaamolee Seektaroota Aanaa isaa jala jiraniif bara
Godina Shawaa Kibba Lixaatti Manni Murtii Aanaa Walisoo Bittaa Meeshaalee Garagara Kan Akka Uffata Dambii Hojjatootaa, Meeshalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhuumaa Fi Meeshaalee Dhaabbataa Garagaraa Caalbaasii Ifaa Tiin Wal Dorgomsiisee Bitachuuf Dhiheessitootaf Waamicha Taasisee Jira
Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa Mana Murtii Aanaa Walisoo Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa kan bara baajata 2017 Godina Shawaa kibba lixaatti
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Oddoo Shaakkisoo Manneen Hojii Mootummaa Aanicha Keessatti Argaamanif Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullessaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Biiroo Keessa, Bittaa Korboo Konkoolaataa, Uffata Seera Hojjata, Elekitirooniksii Fi Furniture Bara Bajaata 2017tiif Caal-baasii Ifaatiin Waldorgomsisee Bituu Barbada
Caalbaasii Waajjirri Maallaqaa Aanaa oddoo shaakkisoo manneen hojii mootummaa Aanicha keessatti argaamanif 1. Meeshaalee Barreessaa 2. Meeshaalee Qulqullessaa 3. Meeshaalee
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa Fi Motorsaayikiloota Gosa Addaa Addaa Tajaajilaan Alaa Sadarkaa Biiroo/Godinaa/Magaalaa Fi Aanaatti Argaman Caalbaasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada
Caalbaasii Ifaa Gurgurtaa Lakk. 03/2017 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa fi Motorsaayikiloota gosa addaa