Re-Invitation Tenders in 2021
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
የጨረታ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ሲቪል ሰርቪስ ዩኒቨርስቲ በ2016 በጀት አመት የተለያዩ የአገልግሎት ግዥዎችን ማለትም፡- በድጋሚ የወጣ የፋርማሲ ኪራይ አገልግሎት፤ የባርና ሬስቶራንት ኪራይ አገልግሎት በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ የአገልግሎት ግዥ መፈፀም ይፈልጋል። ስለዚህ
የኢትዮጵያ ሲቪል ሰርቪስ ዩኒቨርስቲ በ2016 በጀት አመት የተለያዩ የአገልግሎት ግዥዎችን በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ግዥ መፈፀም ይፈልጋል
የሞኮሮኒ ማምረቻ ማሽን የነቀላ ፣ ማሸግ እና ማጓጓዝአገልግሎት በድጋሚ የወጣ የጨረታ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አዳማ ዲስትሪክት በሊዝ ፋይናንሲንግ አገልግሎት አሰጣጥ በኪራይ ለሶሮሮ ጠቅላላ ንግድ ኃ/የተ/የግ/ማህበር ያስተላለፈውን የሞኮሮኒ ማምረቻ ማሽን ተከራዩ
የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አዳማ ዲስትሪክት በሊዝ ፋይናንሲንግ አገልግሎት አሰጣጥ በኪራይ ለሶሮሮ ጠቅላላ ንግድ ኃ/የተ/የግ/ማህበር ያስተላለፈውን የሞኮሮኒ ማምረቻ ማሽን ተከራዩ ግዴታቸውን ከባንኩ ጋር በገቡት ውል መሠረት መፈጸም ሳይችሉ በመቅረታቸው ባንኩ የካፒታል ዕቃዎችን ባሉበት ሁኔታ በመረከብ ከአዳማ ከተማ ፣ መልካሳ ወረዳ ወደ ቢሾፍቱ ከተማ ወደተዘጋጀው መጋዘን ማሽን የሚነቅል ፤ የሚያሸግ እና የሚያጓጉዝ ባለሙያ አስፈልጓ
በድጋሚ የወጣ የቢሮ ኪራይ ጨረታ ማስታወቂያ በመንግስት ሠራተኞች ማህበራዊ ዋስትና አስተዳደር የደቡብ ምሥራቅ ሪጅን ለያቤሎ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት ለቢሮ አገልግሎት የሚውል ቤት ለ5 ዓመት አወዳድሮ መከራየት ይፈልጋል። በመሆኑም፦ ተጫራቾች የሚከተለውን ሰነዶች
በመንግስት ሠራተኞች ማህበራዊ ዋስትና አስተዳደር የደቡብ ምሥራቅ ሪጅን ለያቤሎ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት ለቢሮ አገልግሎት የሚውል ቤት ለ5 ዓመት አወዳድሮ መከራየት ይፈልጋል
የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ በአፈ ከሳሽ አሊ መሀመድ አወል እና በአፈ ተከሳሽ አቶ ደመረ ተፈሪ ካሣዬ መካከል ባለው የአፈፃፀም ክስ ክርክር ጉዳይ በሀዋሳ ከተማ መናኸሪያ ክ/ከተማ ጉዌ እስቴዶዬም ቀበሌ ውስጥ በይዞታ
የመኖርያ ቤት ሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልልዊ መንግስት በስልጤ ዞን የምስራቅ አዘርነት በርበሬ ወረዳ ፋይናንስ ጽ/ቤት የመኪና ጎማ በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መግዛት ይፈልጋል
የጨረታ ማስታወቂያ ጨረታ ቁጥር ምስ/ አዘ20/2016 በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልልዊ መንግስት በስልጤ ዞን የምስራቅ አዘርነት በርበሬ ወረዳ ፋይናንስ ጽ/ቤት በስሩ ላሉ
Godina Shawaa Kaabaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaan Muloo Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa Keessatti Argamaniif Meeshaalee Barreeffamaa, Uffata Danbii, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektiroonicksii Fi Meeshaalee Dhaabbii Biiroo Keessaa Bara Baajataa 2017tiif Caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiifnee Bituu Waan Barbaada
Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee Godina Shawaa Kaabaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaan Muloo manneen hojii mootummaa Aanichaa keessatti argamaniif Meeshaalee Barreeffamaa, Uffata
Oromia Construction Corporation Would Like to Extend of Bid Closing Date
INVITATION FOR BID EXTENSION OF BID CLOSING DATE Further to the notice in The Ethiopian Herald dated 17 July 2024
Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanas Ejeree Bara Baajata Meeshaalee Barressa, Qulqullinaa, Elektrooniksii, Meeshaalee Dhabbii Biiroo Keessaa, Uffata Seeraa Hojjeettoota Fi Gommaa Konkoolaata Fi Doqdoqqee Labsii Bittaa Motummaa Naannoo Oromiyaa
Caalbaasii Ifaa Lakk. 01/2017 Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri mallaqaa Aanaa Ejeree Bara Baajata 2017 Hojii seektaroota Aanaa keenyatifkan oluu Meeshaalee
M/M/O/G/Shawaa Bahaa Konkolaataa Gurguruu Barbaada
Caalbaasii M/A/Mirgaa Obbo Toomaas Akiliiluu fi M/A/ Idaa Aadde Hiwoot Afawarqi jidduu falmii raawwachiisa jiru ilaalchisee Konkolaataa ISZUU Lakk, Gabatee
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa Fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Meeshaalee Gosa Adda Addaa Tajaajilaan Alaa Qabeenyummaan Isaa Biiroo Fayyaa Fi Biiroo Pablik Sarvisii Fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Ta’e Haala Irra Jiruun Caal-baasii Ifaadhan Dorgomsiisee Gurguruu Barbaada
Caalbaasil Gurgurtaa Lakk. 01, Bara 2017 Bahe Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Meeshaalee gosa adda
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Dhaabbii Akkasumas Doqdoqqee (Motersaaykiloota),Gommaa Konkolaataa Fi Doqdoqqee Lapsii Bittaa Mootummaa Lakka 157/2002 Ba’e Bu’uura Godhachuudhaan Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada.
Caalbaasii Lakk. 01/2017 Bara 2017 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Magaala Finfinnee irraa K/M
Waldaan Aksiyoona Qusannoo Fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Bu’uura Aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 Fi 1147/2011tiin Kennameefiin Mana Jireenyaa Caalbaasii Ifaan Gurguruu Barbaada
Caalbaasii Waldaan Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu’uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti
Waajjirri Maallaqaa Aanaa M/Roobii Bara Baajataa 2017 Keessa Seektaroota Aanaa Keessa Jiraniif Uffata Seeraa Hojjettootaa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Barnootaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Adda Addaa Fi Kitaabolee, Meeshaalee Haaromsaa, Meeshaalee Dhaabbii Biiroo, Goommaa Konkolaata, Meshalee Haaromsaa Konkolaataa Fi Baatirii Konkolaataa Dhiyeessitoota Wal-dorgomsiisee Caalbaasii Ifaadhaan Bituu Barbaada
Caalbaasii Ifaa Lakk.01/2017 Godina shawaa Lixaatti Finfinnee irraa km 101 fagaattee kan argamtu Waajjirri maallaqaa Aanaa M/Roobii bara baajataa 2017