Re-Invitation Tenders in 2021
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
በድጋሚ የወጣ የጨረታ ማስታወቂያ ናሽናል ሲሚንቶ አ.ማ. UPS 15KVA ከአቅራቢዎች አወዳድሮ ለመግዛት ጨረታ ያወጣ ሲሆን ተጫራቾች በዘርፉ የታደሰ ንግድ ፍቃድ ያላቸው፤ የዘመኑን ግብር የከፈሉና ቫት ተመዝጋቢ ለመሆናቸው የማይመለስ ፎቶ ኮፒ
ናሽናል ሲሚንቶ አ.ማ. UPS 15KVA ከአቅራቢዎች አወዳድሮ ለመግዛት ይፈልጋል
በድጋሚ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የፍ/ባለመብት ወ/ሮ አስካለ ጎበዜ እና በፍ/ባለዕዳ አቶ ዳንኤል ለማ መካከል ስላለው የፍርድ አፈጻጸም ጉዳይ የፌደራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት በመ/ቁጥር 181301 በ24/2/2015 ዓ.ም በዋለው ችሎት በሰጠው ትዕዛዝ
የቤት ሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ
በድጋሚ የወጣ ግልፅ ጨረታ ማስታወቂያ ቡሉኮ ጨርቃ ጨርቅ አክሲዮን ማህበር ከ2016 በጀት ዓመት ጀምሮ ለሶስት ተከታታይ የበጀት ዓመታት (የ2016፣ የ2017 እና የ2018) የውጭ ኦዲተርን በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ ውል በማስገባት ለማሠራት
ቡሉኮ ጨርቃ ጨርቅ አክሲዮን ማህበር ከ2016 በጀት ዓመት ጀምሮ ለሶስት ተከታታይ የበጀት ዓመታት (የ2016፣ የ2017 እና የ2018) የውጭ ኦዲተርን በግልፅ ጨረታ አወዳድሮ ውል በማስገባት ለማሠራት ይፈልጋል
ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ የሐራጅ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ጂማ ዲስትሪክት በአዋጅ ቁጥር 97/90፣ 98/90 እና 216/92 በተሰጠው ሥልጣን መሰረት ቀጥሎ የተዘረዘረውን ንብረት በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል፡፡ የተበዳሪው ስም
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ጂማ ዲስትሪክት መኖሪያ ቤት በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ መሸጥ ይፈልጋል
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Maalaqaa Godina Harargee Lixaatti Wajjirii Bu/Mag/Baddeessaa Waajiiroota Bu/Mag/Baddeessaa Jala Jiraniif Meeshaalee Dhumoo Fi Dhabbo, gommaa Konkolaataa Fi Uffata Seeraa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisce Bituu Barbaadabarbaada.
Beeksisa Caalbaasii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Maalaqaa Godina Harargee Lixaatti Wajjirii Bu/Mag/Baddeessaa Waajiiroota Bu/Mag/Baddeessaa jala jiraniif meeshaalee Dhumoo fi Dhabbo, gommaa konkolaataa fi
Godina Wallagaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yuubdoo Baajeta Bara 2017tiin Waajjiroolee Aanichaaf Meeshaale Adda Addaa Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaadaa
Caalbaasii Godina Wallagaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yuubdoo baajeta bara 2017tiin Waajjiroolee Aanichaaf Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee
Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Jimmaa Raaree Meeshaalee Sekteroota Aanaa Keenyaaf Tajaajiluu Meeshaalee Dhumataafi Dhaabbii Biiroo Keessa, Uffata Seeraa Hojjettoota, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinafi Dhumataa Biiroo Keessaa Akkasumaas Meeshaalee Elektirooniksii, Farniicheerii Meeshaalee Kolleejjii BLTO, Bu’aalee Gogaafi Gommaa Konkolaataafi Kalamanadaarii Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsisee Bituu Barbaada
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk.01/2017 Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Jimmaa Raaree meeshaalee sekteroota Aanaa keenyaaf tajaajiluu meeshaalee dhumataafi
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa & Daldalaa Gurgurun Barbaada
Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’uura Aangoo Labsii97/1990 (akka.fooyya’etti) kennameefiin gurgurun barbaada TL Magna Ligelatan Magan Nama qabeenya
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada
Baankiin Siingee W.A Qabeenya armaan gadii bu’uura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) 216/1992 fi 1147/2011 kennameefiin gurguruu barbaada TL Maqaa
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada
Baanklin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 97/1990 (akka foyya’eetti) tiin kennameenin gurguruu barbaada T.L Maqaa Liqeeffataa Maqaa
Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Haramaayaa Baajata Idilee Bara 2017 Irraa Meeshaalee Baruu Fi Barsiisuu, Meeshaalee Quiqullinaa, Meeshaa Dhaabbataa, Dhaabbata Daldalaa Ulaagaa Barbaachisoo Guutan Waldorgomsisee Bituu Barbaada
Beeksisa Caalbaasii Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Haramaayaa baajata idilee bara 2017 irraa meeshaalee baruu fi barsiisuu,
Caalbaasii
Caalbaasii Falmii raawwii M/A/mirgaa Asteer Hayiluu fi M/A/idaa Aadde Wubisheet Amdabiraan gidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee Magaalaa Baatuu ganda
Wajjirri Mallaqaa Aanaa Xiichoo Baraa Bajataa 2017 Caalbaasii Ifaa Baasee Bittaa Meeshaalee Bittuu Barbadaa Bittaa Meeshaalee Barreessaa, Bittaa Meeshaa Qulqullinnaa, Bittaa Meeshaa Uffaataa Seeraa Hojatoota Motummaa, Bittaa Meeshaa Gommaa Konkolataa Fi Motor Saayikillii, Bittaa Meeshaa Meeshaalee Dhabbii Ykn Furnichiroota,bittaa Meeshaa Elektroniksii,bittaa Meeshaalee Ijaarsa
Arsii Caabaasii Ifaa Wajjirri Mallaqaa Aanaa Xiichoo baraa bajataa 2017 caalbaasii ifaa baasee bittaa meeshaalee bittuu barbadaa Bittaa meeshaalee barreessaa,