Re-Invitation Tenders in 2021
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
Addis Zemen(Feb 22, 2026) ለሁለተኛ ጊዜ የወጣ ሀገር አቀፍ ግልጽ ጨረታ ማስታወቂያ የጨረታ ቁጥር NCB WWC 11/2018 ውሃ ሥራዎች ኮርፖሬሽን ለዙሀሙሲት መጠጥ ውሃ ፕሮጀክቶች አገልግሎት የሚውል የተለያዩ መጠን ያላቸው ፊልተር
ውሃ ሥራዎች ኮርፖሬሽን ለዙሀሙሲት መጠጥ ውሃ ፕሮጀክቶች አገልግሎት የሚውል የተለያዩ መጠን ያላቸው ፊልተር ማቴሪያሎችን መግዛት ይፈልጋል
Addis Zemen(Feb 21, 2026) በድጋሚ የወጣ የጨረታ ማስታወቂያ በኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት በሻሸመኔ ከተማ መስተዳድር የሻሸመኔ ከተማ ውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ድርጅት 2 የሰራተኛ የደንብ ልብሶች፣ 3. አላቂ የጽህፈት መሣሪያዎች፣ 4. የቢሮ
በኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት በሻሸመኔ ከተማ መስተዳድር የሻሸመኔ ከተማ ውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ድርጅት የሰራተኛ የደንብ ልብሶች፣ አላቂ የጽህፈት መሣሪያዎች እና የቢሮ የጽዳት ዕቃዎች በግልጽ ጨረታ አወዳድሮ ለመግዛት ይፈልጋል
Addis Zemen(Feb 21, 2026) ድጋሚ የወጣ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ በፍ/ባለመብት ወ/ሮ ሙሉነሽ ሰብስቤ እና በፍ/ባለዕዳ ወ/ሮ ሰርካለም ከተማ መካከል ስላለው የፍርድ አፈጻጸም ጉዳይ የፌዴራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት በመ/ቁጥር 100833 በ24/4/2017ዓ.ም
የቤት የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ
Government(Feb 21, 2026) Please click on this Link in order to Bid on the Electronic Government Procurement website https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/a3b6fabe-539c-4123-9076-dea5c023cd5a/open Reference Number: FTVETI-NCB-G-0068-2018-BID-Open-Re-bid Lot Reference: FTVTI-32-2018 Procurement Information Procurement Type: Bidding
Federal Technical and Vocational Education and Training Institute:Procurement of Skill Ethiopia Material Description
Register Now
አሁኑኑ ይመዝገቡ
ለ3ኛ ና ከዚያ በላይ የወጡ ጨረታዎች
Godina Wallagaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yuubdoo Baajeta Bara 2017tiin Waajjiroolee Aanichaaf Meeshaale Adda Addaa Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaadaa
Caalbaasii Godina Wallagaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yuubdoo baajeta bara 2017tiin Waajjiroolee Aanichaaf Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee
Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Jimmaa Raaree Meeshaalee Sekteroota Aanaa Keenyaaf Tajaajiluu Meeshaalee Dhumataafi Dhaabbii Biiroo Keessa, Uffata Seeraa Hojjettoota, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinafi Dhumataa Biiroo Keessaa Akkasumaas Meeshaalee Elektirooniksii, Farniicheerii Meeshaalee Kolleejjii BLTO, Bu’aalee Gogaafi Gommaa Konkolaataafi Kalamanadaarii Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsisee Bituu Barbaada
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk.01/2017 Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Jimmaa Raaree meeshaalee sekteroota Aanaa keenyaaf tajaajiluu meeshaalee dhumataafi
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa & Daldalaa Gurgurun Barbaada
Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’uura Aangoo Labsii97/1990 (akka.fooyya’etti) kennameefiin gurgurun barbaada TL Magna Ligelatan Magan Nama qabeenya
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada
Baankiin Siingee W.A Qabeenya armaan gadii bu’uura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) 216/1992 fi 1147/2011 kennameefiin gurguruu barbaada TL Maqaa
Baankiin Siinqee W.A Mana Jireenyaa Gurguruu Barbaada
Baanklin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 97/1990 (akka foyya’eetti) tiin kennameenin gurguruu barbaada T.L Maqaa Liqeeffataa Maqaa
Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Haramaayaa Baajata Idilee Bara 2017 Irraa Meeshaalee Baruu Fi Barsiisuu, Meeshaalee Quiqullinaa, Meeshaa Dhaabbataa, Dhaabbata Daldalaa Ulaagaa Barbaachisoo Guutan Waldorgomsisee Bituu Barbaada
Beeksisa Caalbaasii Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Haramaayaa baajata idilee bara 2017 irraa meeshaalee baruu fi barsiisuu,
Caalbaasii
Caalbaasii Falmii raawwii M/A/mirgaa Asteer Hayiluu fi M/A/idaa Aadde Wubisheet Amdabiraan gidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee Magaalaa Baatuu ganda
Wajjirri Mallaqaa Aanaa Xiichoo Baraa Bajataa 2017 Caalbaasii Ifaa Baasee Bittaa Meeshaalee Bittuu Barbadaa Bittaa Meeshaalee Barreessaa, Bittaa Meeshaa Qulqullinnaa, Bittaa Meeshaa Uffaataa Seeraa Hojatoota Motummaa, Bittaa Meeshaa Gommaa Konkolataa Fi Motor Saayikillii, Bittaa Meeshaa Meeshaalee Dhabbii Ykn Furnichiroota,bittaa Meeshaa Elektroniksii,bittaa Meeshaalee Ijaarsa
Arsii Caabaasii Ifaa Wajjirri Mallaqaa Aanaa Xiichoo baraa bajataa 2017 caalbaasii ifaa baasee bittaa meeshaalee bittuu barbadaa Bittaa meeshaalee barreessaa,
Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aanaa Ancaaritti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Ancaar Seektaroota Aanichaatiif Bara Baajataa 2017’tiif Kan Oolu Meeshaalee Dhaabbii Fi Dhumataa Farniicharoota Fi Meeshaalee Elektirooniksii Adda Addas; Akkasumas Gommaa Konkolaataa Fi Gommas Doqdoqqee, Uffata Seeraa Hojjattootaa Fi Motor Saaykiloota Caalbaasi Ifandhaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada
Harargee Caalbaasil Ifaa bara 2017 Lakk. Caalbaasi 01/2017 Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aanaa Ancaaritti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Ancaar seektaroota Aanichaatiif