Godina Shawaa Lixaatti Waajjirrii Maallaqaa Aanaa Dirree Incinnii Hojii Sektaroota Aanaa Bara Bajataa 2017tiif Kan Oolu Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Eleektirooniksii, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessaa, Fernicheerota, Gommaawwan Konkolaataafi Motorasayikiloota (doqdoqqee), Uffata Seeraa Hojjettootaa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada 21 Comments