Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Liiban Jaawwii Hojii Sektaroota Aanaa Bara 2017 Tiif Kan Oolu Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Eleektirooniksii, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessaa, Gommaawwan Konkolaataa Fi Uffata Seeraa Hojjettootaa Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada. 21 Comments