Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Lixaa Waajirri Maallaqaa Aanaa Jibaat(shanan) Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii Xixiqqaa Biiroo, Meeshaalee Dhaabbii Akkasumas Doqdoqqee (Motersaaykiloota),Gommaa Konkolaataa Fi Doqdoqqee Lapsii Bittaa Mootummaa Lakka 157/2002 Ba’e Bu’uura Godhachuudhaan Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisee Bituu Barbaada. 21 Comments