Wajjirrii Maallaqaa Aanaa Aannaa Diimaa Manneen Hojii Aanaa Aannee Diimaa Fi Waajjira Mana Qopheessaatif Bara Baajata 2018 Tif Kan Ooluuf Meeshaalee Gosa Adda Addaa (Meeshaalee Barreefamaa, Meshaalee Dhumeeyyii, Uffata Seeraa Hojjettootaa,Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii,Meeshaalee Farnicharoota Biiroo Keessaa, Meeshalee Ijaarsaa Fi Gommaa Motor Saayikilii Fi Gommaa Konkolatootaa Caalbasii Ifaadhaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada 15 Comments