Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Lixaa Waajjira Daandiiwwan Fi Loojistiikii Godina Harargee Lixaatiif Dorgomtoota Gahumsa Qaban Dorgomsiisee Piroojektii Ijaarsa Riqaafi Hojii Daandii Cirracha Uwwisuu Fi Istiraakcharaa Sarara Godina Keenya Keessatti Argamu Akkaataa Gabatee Armaan Gadii Keessatti Taa’een Caalbaasii Ifaatiin Dorgomsiisuu Barbaada 15 Comments