Waajjirri Daandiiwwanii Fi Loojistikii Aanaa Jiddaa Bara Baajataa 2017 Ijaarsa Daandii Haaraa Qalaaxee (daandii Duraanii) Irraa Hanga Walatoo Qilxuu, Sirxii Hanga Laga Qeerransaa Fi Suphaa Daandii Sirxii Hanga Qalaaxee Godina Sh/ Kaabaa, Aanaa Jiddaa Keessa Jiru Maashinoota Ijaarsa Daandiif Barbaachisan Kireeffatee Baajata Idilee Fi Fandii Daandiitiin Hojjechiisuu Barbaada. Kanaaf Ulaagaalee Caalbaasii Armaan Gadii Qaamni Guutuu Danda’u Dorgommii Irratti Hirmaachuu Ni Danda’a 21 Comments