Waajjirri Daandiiwwaniifi Loojistiksii Aanaa Qimbibiit Bara Baajataa 2017 Ijaarsa Suphaa Daandii Taabootee-Dh/Boraa (8.5 Km) Gololchaa- It Dabalii 2km, Daandii Shanoo-Gaara Caatuu (2.5km) Fi Gimbii Qeerransaa Addaree Collee (km.7) Waliigala Km 20 Aanaa Keenya Keessa Jiru maashinoota Ijaarsa Daandiif Barbaachisan Kireeffatee Hojjechiisuu Barbaada 21 Comments