Waajjiirri Lafaa Magaalaa Shaggar, Iddoowwan Tajaajila Adda Addaatif Qophaa’an Kanneen Kutaa Magaalaa Koyyee Faccee, Buraayyuu, Malkaa Noonnoo Fi Furiitti Argaman Caalbaasiidhaan Dorgomsiisee Liiziin Dabarsuu Barbaada.