Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Baabbilee Bara Baajataa 2019 Keessa Ijaarsa Piroojaktii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Baabbileetiif Gamoo G+2 Caalbaasiin Dorgomtoota Hojii Ijaarsa Waliigalaa Gamoo (General Contracter) Irratti Bobba’aniin Dorgomsiisee Hojjachiisuu Barbaada