Godina Baaleetti Wajjirri Maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq Baajata Bara 2019 Qabameen Seektaroota (wajji- Raalee) Aanaa Keessatti Argamaaniif Konkolaataa Qaban Maraaf Tajaajila Dhiyeessii Gommaa Fi Baatiriilee Konkolaataa Adda Addaa Caalbaasii Ifaa Kanaan Wal-dorgomsiisee Bituu Barbaada.