Waajjirri Maallaqaa Godina Shawaa Lixaa Hojii Seektaroota Godina Bara 2018 Tiif Kan Olu Uffata Seeraa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektroniksii, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessaa, Fi Goommaawwan Konkolaataa Labsii Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk 157/2002 Fi Qajeelfama Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.02/2004 Irratti Fi Qajeelfamoota Isaan Bu’uureffatanii Fooyya’nii Bahan Irratti Hunda’udhaan Caalbaasii Ifaa Baasee Dorgomsiisee Bituu Barbaada 15 Comments